Irra caalatti weelluwwaan isaa diddaa Mastarpilaanii fi qabsoo qeerroo Oromoo Fincila Diddaa Gabrummaa irraatti weellisuun beekama. Himanna shororkeessummaa fi dararaa mana hidhaatii hanga qabsoo ...
Hundeessaafi gaggeessaan Bultum Akadaamii, Ariif Bakar, Ameerikaatti hiree barnoota foyyaa'aa ijoollee namoota Itoophiyaarraa dabalatee Afrikaa bahaarraa godaananiif uumeen badhaafame. Badhaasni Bush ...